Tajaajila Elektirooniksii

Waraqaa qulqullina fi waliigaltee Pilaanii



Qulqullumma faayilaa isaanii ragaa waajjira lafaa jiru irraa beekun barbachisa ta'u isaa akkasumas iddichi wanta gaafatame sanaaf ni heyyama moo miti kan jedhu beekun barbachisadha kunis kan ta'eef akkaataa maastar pilaanii iddoo sana waliin wal simu isaa adda baafachuf gargara.
Ulaagaalee

 Waraqaa Qulqullina fi Waliigaltee Pilaanii Ragaalee Dhiyaachuu qaban.  Foormii Iyyannoo guutame  Kaartaa,  Hayyama Investimentii (option),  Walii Galtee Liizii, (Optinal)  Hayyama Duranii (option),  Nagahee Kafaltii Liizii fi Gibira bara sanaa
Tajaajila Kaffaltii
Attachemnt
46_form.doc ⬇ Buusuu

Ibsa, ulaagaalee fi qajeelfama hojiirra oolmaa kenname hunda of eeggannoodhaan dubbiseera. Odeeffannoo sirrii ta’e kennuu fi sanadoota seera qabeessa ta’an dhiyeessuuf walii gala. Odeeffannoo fi sanadoota ani kennu keessatti sirrii ta’uu dhabuun ykn garaagarummaan yoo uumame tajaajila gaafatame akkan hin arganne nan beeka