Tajaajila Elektirooniksii

Heyyama ijaarsaa ijaarsi isaa gaggefameef heyyama gaafachu



Gamoo duraan ijaarame irratti hayyama argachuuf fooyya'iinsa tokko tokko gaafachuu
Ulaagaalee

Tajaajila kana argachuuf Iyyataan sanadoota sana dhiyeessu qaba:karoorri jalqabaa deebifamuu qaba,ragaa ijaarsaa deebifamuu qaba,ragaa abbaa lafaa,sanada waliigaltee liz,Qormaata hammer,heyyama waajjira gorsaa haaromfame
Tajaajila Kaffaltii

Ibsa, ulaagaalee fi qajeelfama hojiirra oolmaa kenname hunda of eeggannoodhaan dubbiseera. Odeeffannoo sirrii ta’e kennuu fi sanadoota seera qabeessa ta’an dhiyeessuuf walii gala. Odeeffannoo fi sanadoota ani kennu keessatti sirrii ta’uu dhabuun ykn garaagarummaan yoo uumame tajaajila gaafatame akkan hin arganne nan beeka